I

Ijollee lixa Biiftuu!!!!!

@kgutt

kayyoon isaa Walhaa barbaannu!!!!!

199Ежемесячно🇬🇧

Похожие каналы

Последние посты

I
Ijollee lixa Biiftuu!!!!!@kgutt

Hiriyoonni badaan yeroo qormaanni fi waan ati isaan barbaadduf kamiyyuu yeroo uumamu ni baqatu. kanaafuu namoota akkasii irraatii cimsi of eegi. Yoo hiriyummaan isaanii adda citu hin dandeenye giddu galeessatti ilaali. akka bishaan hin guunetti yoo bishaan gu'e qurxummiitu miidhama waan ta'eef .

18 мар. 2026 г.100В Telegram
I
Ijollee lixa Biiftuu!!!!!@kgutt

AbjuukooMuldhatako boriiqabatakoo har'aaIlaaltuukoo gaariiqajeelchituu maraaSikeessa gollikoogalgalli milkaa'uuSiinjaare tollikooSidha kanin dharra'uSimalee eenyuree?keessakoo kan beekuSiidaakoo jabeessebakkatti kan eeguuSimalee humnikooHin jabaatu in laafaaHiixadhun hin qaqqabuharkakootu naafaaAduukoo ganamaasoortuu waan qajeelaaHawwii ilma namaafAni suman kajeelaaUrjiikoo halkaniiibsituu dukkanaAbjuu koo hiriyaakoo!!!!!

5 мар. 2026 г.135В Telegram
I
Ijollee lixa Biiftuu!!!!!@kgutt

እንድህ ነበረ፣ ስትበላ ብቻ ና ብላ አትበል፣ስራ ሲኖርም ና ስራ እንስራ በሉልኝ። እወዳቸዋለሁ

20 дек. 2025 г.201В Telegram
I
Ijollee lixa Biiftuu!!!!!@kgutt

Addunyaa kanarraa kan ani akka dhabaa jibbuu fi asumaan dhabaaf dhaamsa guddaa an dabarsuuf jibbaan qabu ibsuufin barbaada sin jibba yaa dhabaa keessumaa(addumaan) yaa dhabakoo si hin jaalladhu si hin jaalladhuun jedhee.21.03.18E.C

30 нояб. 2025 г.200В Telegram
I
Ijollee lixa Biiftuu!!!!!@kgutt

# Ilaa bara jiraattu namarraa of qusadhu.#Namaaf of of eeggadhu#Namarraa of eeggadhu cimsitii.* Namni cimtuudha namarraa cimsii of eegi!!!Horaa bulaa

23 нояб. 2025 г.197В Telegram
I
Ijollee lixa Biiftuu!!!!!@kgutt

Akkam ture beektaa? Isa sif dhimmuuf ykn isa sif hoo'uf hoo'i garuu isa sitti fakkeesse si bira darbu atis fakkeessi bira darbi sababni isaa sababa waan hin qabneef.

14 нояб. 2025 г.208В Telegram